Amaloota Sammuu Namaa miidhan

December 25, 2020 Dr. Lensa 0

Amaloota (Bartee) Sammuu Namaa miidhan 1. Osoo dhukkubsannuu boqochuu dhiisnee sammuu keenyaan hojii hojjachuu.2. Hirriba ga’aa rafuu dhiisuu. Akka research mirkaneessutti hirriba irraa halkan tokko [Read More]

Mukuu Garmalee (Depression)

December 3, 2020 Dr. Lensa 0

Mukuun/Dibbirtiin dhukkuba sammuu baay’ee hammaataa ta’eefi addunyaa keenyarratti namoota miliyoona 264 ol miidhudha jedha dhaabbanni fayyaa addunyaa (WHO)n. Dhukkubni kun miira namaa jeequrra darbee haga [Read More]

Dhukkubbii Dugdaa (Back Pain)

November 30, 2020 Dr. Lensa 0

Dhukkubbiin dugdaa beekkamaa fi rakkoolee namoota hedduuti. Dhukkubbiin kun namoota umrii kamuu keessa jiran muudatus, Garuu namoota umriin deeman irratti ni baay’ata (akkuma umriin dabalaa [Read More]