Fayyaa.net

Fayyaan Faaya | Health & Foods

  • Home
  • Diseases & Prevention
  • Reproductive Health
  • Mental Health
  • Nutrition & Diet
  • Contact Us
    • About Us
    • Privacy Policy

Nutrition & Diet

Discover the importance of balanced nutrition and healthy eating habits. This section covers everything from meal planning and healthy recipes to understanding dietary needs for a healthier lifestyle.

sooma ramadaanaa

Haala nyaataa yeroo sooma ramadaanaa gama fayyaatiin

March 8, 2025 Dr. Lensa 0

Baatii ramadaanaa kana keessa namoonni fayyaa ta’anii fi umuriin isaanii ga’e akka sooman beekamaadha. Yeroo hedduu nyaatni guyyaatti al lama qofa, yeroo ifxaaraa (galgala) fi [Read More]

Faayiidaa maangoon fayyaa keenyaaf qabu

Faayiidaa maangoon fayyaa keenyaaf qabu

February 20, 2025 Dr. Lensa 0

Akkuma beekamu dacheen Oromiyaa keenyaa laftishee baay’een kan maangoon uwwifamtedha. Namoonni baay’eenis maangoo soorachuuf akka salphaatti argachuu danda’u. Maangoon mootii ykn hangafa kuduraaf muduraa jedhamee [Read More]

Faayidaa Buna Dhuguu (Manfaat minum kopi)

November 29, 2022 Dr. Lensa 0

Faayidaalee Buna dhuguun argannu: Guyyaatti hangam haa dhugnuu? Akka dhaabbanni “Guideline” nyaata Ameerikaa (Dietary Guidelines of America) ibsutti giddugaleessan (average) namni ga’eessi tokko Buna siinii [Read More]

Faayidaa Aannan Loonii (Manfaat Susu Sapi)

November 12, 2022 Dr. Lensa 0

Qabiiyyeen kaalsiyeemii (calcium) inni of keessaa qabu, nyaata kamiinuu waan hin dorgomamnedha. Calciumiin ammoo waan lafeen ittiin ijaaramudha. Pirootiina (protein) inni of keessaa qabu faayidaa [Read More]

Faayidaa Bishaan Dhuguu (Manfaat Air Minum)

October 27, 2022 Dr. Lensa 0

Bishaan dhuguun Uumaama kamiifu faayidaa hedduu qaba, keessattu ilma namaatiif. Ulfaatinni ilma namaa harki baayyee guddaan jiddugalaan hanga 60% (Saala fi Umriin garaagaarumma qabaatule) dhangala’adha. [Read More]

Faayidaa Shaayii Dhuguu (Manfaat Minum Teh)

October 20, 2022 Dr. Lensa 0

Faayidaa Shaayii fi Shaayii Zinjibilaan Dhuguu Shaayii qofa (zinjibila malee) ykn Zinjibilaan dhuguun fayyummaa qaama keenyaaf faayidaa ol’aanaa akka qaban Qorannooleen hedduun ni mul’isu, Kanaafuu; [Read More]

Ulfaatina Qaamaa garmalee (Excessive Body Weight)

February 12, 2021 Dr. Lensa 0

Ulfaatina Qaamaa garmalee (ijaarsa qaamaa seeraan alaa) hir’isuuf Berat Badan Berlebihan Istilah “berat badan berlebihan” mempunyai arti luas dan dapat mencakup berbagai situasi dengan kompleksitasnya [Read More]

Timaatimaa fi Fayyaa (kesehatan dan tomat)

January 25, 2021 Dr. Lensa 0

1. Timaatimni tokkichi vitamin C haga guyyaa tokkotti nu barbaachisu keessaa 40% nuuf kennuu danda’a.2. Keemikaalli lycopene jedhamu kan halluu diimaa timaatimaaf kennu fayyummaa onnee [Read More]

Read more

  • Sodaa hamaa lilmee waraannachuu (Trypanophobia)

    August 16, 2023 0
  • Amaloota Sammuu Namaa miidhan

    December 25, 2020 0
  • Mukuu Garmalee (Depression)

    December 3, 2020 0
  • Araada/Suusii Miidiyaa Hawaasummaa (social media addiction)

    December 3, 2020 0

Recent Posts

  • Mallattoolee Nama Dadhabaa 10: keessatti Of ilaali April 9, 2026
  • Dubartii Oowwituu fi Hawwattuu Ta’uuf Amala Akkamii Barbaachisa? April 6, 2026
  • Dhukkubbii Yeroo Wal-qunnamtii Saalaa: Sababoota fi Furmaata Isaa April 5, 2026
  • Dhibbaawwan fedhii wal qunnamtii saalaa ofiin ofirraa baasuun fidu April 5, 2026
  • Qabxiilee dinqisiisoo 10 waa’ee wal qunnamtii saalaa April 5, 2026
  • Yoo Aarii (anger) cimaa qabaanne maal gochuu qabna? March 15, 2025
  • Akkaataa rigannaa ilkaanii – Gorsa ogeessaa March 15, 2025
  • Haala nyaataa yeroo sooma ramadaanaa gama fayyaatiin March 8, 2025
  • Faayiidaa maangoon fayyaa keenyaaf qabu February 20, 2025
  • Qoricha qaama saalaa kaasu heddumminaan fayyadamuun akkami? February 20, 2025

Categories

  • Diseases & Prevention
  • Health Tips
  • Mental Health
  • Nutrition & Diet
  • Reproductive Health

Archives

  • April 2026
  • March 2025
  • February 2025
  • August 2023
  • April 2023
  • January 2023
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2021
  • June 2021
  • March 2021
  • February 2021
  • January 2021
  • December 2020
  • November 2020

Copyright © 2026 | WordPress Theme by MH Themes