Of Eeggannoo Ilkaanif godhamu (Tindakan Pencegahan Gigi)

Ilkaan keessan yeroo kamiyyuu akka meeshaatti tasumaa hin fayyadamiinaa (fkn, Waa baqaqsuuf, qaruuraa banuuf, qeensa qubaa ittiin kutuuf fi kkf).
Rigaa (brush) ilkaanii jajjabaataa hin fayyadamiinaa. Rigaan ilkaanii jajjabaataan ilkaan sirritti qulqulleessa jedhanii yaaduun fayyadamuun dogoggora. Kanaaf rigaa ilkaan lallaafaa fayyadamaa.
Ilkaan ofii sirnaan miicachuun dirqama, wanta ilkaan keessatti hafan akka foonii fi kan biroo dafanii keessaa baasuun dirqama.
Wantoota akka karameellaa, Loomii hedduu nyaachuu, buna sukkaaraan, alkoolii fi waan sukkaarri itti baay’ate hedduu nyaachuu/dhuguu dhiisuu.

Ilkaan Rigachuun Fayyaa Onneetif ni Faayyada.

Dhiheenya qorannoon bahee tokko akka mul’iseetti ilkaan rigachuun fayyaa onnee namaaf akka gaaritti gargaara jedha. Akka qorannoo kanaatti warri guyyaatti yeroo 3 ilkaan rigatanii qulqullessaan fayyaan onnee isaanii haala gaariin nagaa ta’a. Akka qoratoonnii waan kana qorataan jedhanitti gosoonni baakteeriyaa afaan nama keessa jiran rakkoo fayyaa hedduuf nama saaxiluu danda’u.

Qorannoowwan kanaan dura dhimma kanarratti turan akka mirkaneessanitti, gosonni baakteriyaa afaan nama keessatti argamaan dhukkuboota ‘Kaanseerii’ adda addaaf nama saaxilu. Keessaayyuu rakkoon fayyaa qamoolee hargasuu namarraan gahaan baay’ee gudda akka ta’e ni eeru.

Qorannoon ammaa tasifamees qorannoo armaan duraa caalatti cimsuun, dabalataan immoo hidhata qulqulliina ilkaanii fi onnee nama gidduu jiru bal’inaan qorachuu ibsan. Qorannoo kanaanis wanti isaan arganneerra jedhanii ifoomsan qulqullina ilkaanii sirriitti eegachuun dhukkuba onnee mudachuu danda’uu hedduu hambisa. Akka bu’aa qorannoo kanatti, namoonni guyyaatti yeroo 3 ilkaan isaanii rigataan namaoota ilkaan isaanii hin riganneen yoo madalamaan, harka 12 ol dhukkuba onneef hin saaxilaman.

Tindakan Pencegahan Gigi

Merawat gigi dengan baik sangat penting untuk menjaga kesehatan mulut secara keseluruhan dan mencegah masalah gigi. Berikut adalah beberapa tindakan pencegahan gigi penting yang harus Anda ikuti:

  1. Latih kebersihan mulut yang baik:

Menyikat gigi dua kali sehari: Gunakan sikat gigi berbulu lembut dan pasta gigi berfluoride untuk menyikat gigi setidaknya selama dua menit setiap kali. Pastikan untuk menyikat seluruh permukaan gigi, termasuk lidah dan bagian dalam pipi.

Floss setiap hari: Flossing membantu menghilangkan plak dan partikel makanan dari sela-sela gigi Anda, tempat yang tidak dapat dijangkau oleh sikat gigi. Gunakan benang gigi setidaknya sekali sehari, sebaiknya sebelum tidur.

Gunakan obat kumur: Obat kumur dapat membantu membunuh bakteri dan menyegarkan napas. Pilih obat kumur yang mengandung fluoride untuk perlindungan tambahan terhadap gigi berlubang.

  1. Kunjungi dokter gigi Anda secara teratur:

Jadwalkan pemeriksaan dan pembersihan gigi secara teratur: Kunjungi dokter gigi Anda setidaknya setiap enam bulan sekali untuk pemeriksaan dan pembersihan profesional. Selama pemeriksaan, dokter gigi Anda akan memeriksa gigi dan gusi Anda untuk mencari tanda-tanda masalah, seperti gigi berlubang atau penyakit gusi. Mereka juga akan membersihkan gigi Anda untuk menghilangkan plak dan karang gigi yang tidak dapat Anda hilangkan di rumah.

  1. Makan makanan yang sehat:

Batasi makanan dan minuman manis dan asam: Gula dan asam dapat mengikis enamel gigi dan meningkatkan risiko gigi berlubang. Batasi asupan minuman manis, permen, dan makanan olahan lainnya.

Makan banyak buah dan sayur: Buah dan sayur merupakan sumber vitamin dan mineral yang penting untuk kesehatan gigi dan gusi.

Minum banyak air: Air membantu menjaga mulut tetap bersih dan tubuh terhidrasi. Usahakan untuk minum delapan gelas air per hari.

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*