Fayyaa.net

Fayyaan Faaya | Health & Foods

  • Home
  • Diseases & Prevention
  • Reproductive Health
  • Mental Health
  • Nutrition & Diet
  • Contact Us
    • About Us
    • Privacy Policy

Articles by Dr. Lensa

Funuuna ykn Dhiiguu Funyaanii (Epistaxis)

November 28, 2020 Dr. Lensa 1

Funuunni rakkoo beekama fi namoota baayyee irratti yoo xiqqaate jireenya isaa keessatti altokko ni muudata. Funuunni kan uumaamu yommuu hiddi/ Ujummoleen dhiigaa keessoo funyaanii marsanii [Read More]

Dhukkubbii Garaa Yeroo Marsaa Laguu (Dysmenorrhea)

November 28, 2020 Dr. Lensa 0

Dhukkubbiin garaa ykn gadameessaa yeroo marsaan laguu dubartootatti dhufu baayyee beekamaadha. Dubartoota baayyeetu dhibee kanan hubamaa. Yeroo marsaan laguu dhufu dhukkubbi xiqqoon inuma jiraataa. Haa [Read More]

Of Eeggannoo Namoonni Dhukkuba sukkaaraa qaban taasisuu qaban

November 28, 2020 Dr. Lensa 0

1. EGGANNOO QAAMAA- Yoo qeensa qoratan of eeggannoo guddaadhaan akka of hin murretti qeensa gadi hambisuun qorachuu, Yoo kophee godhatan kophee baballaa ykn kan duraan [Read More]

Miidhaa Sigaaraa Aarsuu (smoking effects)

November 27, 2020 Dr. Lensa 0

Sigaaraa aarsuun qaamoota (Orgaanota) keenya hunda miidhuu danda’a. Dhukkuba garagaraatiifis nama saaxila. Walumaa galatti sigaaraa aarsuun fayyaa keenya irratti miidhaa guddaa fida. Aarsuu dhabuun dhukkuboota [Read More]

Posts pagination

« 1 … 5 6

Read more

  • Sodaa hamaa lilmee waraannachuu (Trypanophobia)

    August 16, 2023 0
  • Amaloota Sammuu Namaa miidhan

    December 25, 2020 0
  • Mukuu Garmalee (Depression)

    December 3, 2020 0
  • Araada/Suusii Miidiyaa Hawaasummaa (social media addiction)

    December 3, 2020 0

Recent Posts

  • Mallattoolee Nama Dadhabaa 10: keessatti Of ilaali April 9, 2026
  • Dubartii Oowwituu fi Hawwattuu Ta’uuf Amala Akkamii Barbaachisa? April 6, 2026
  • Dhukkubbii Yeroo Wal-qunnamtii Saalaa: Sababoota fi Furmaata Isaa April 5, 2026
  • Dhibbaawwan fedhii wal qunnamtii saalaa ofiin ofirraa baasuun fidu April 5, 2026
  • Qabxiilee dinqisiisoo 10 waa’ee wal qunnamtii saalaa April 5, 2026
  • Yoo Aarii (anger) cimaa qabaanne maal gochuu qabna? March 15, 2025
  • Akkaataa rigannaa ilkaanii – Gorsa ogeessaa March 15, 2025
  • Haala nyaataa yeroo sooma ramadaanaa gama fayyaatiin March 8, 2025
  • Faayiidaa maangoon fayyaa keenyaaf qabu February 20, 2025
  • Qoricha qaama saalaa kaasu heddumminaan fayyadamuun akkami? February 20, 2025

Categories

  • Diseases & Prevention
  • Health Tips
  • Mental Health
  • Nutrition & Diet
  • Reproductive Health

Archives

  • April 2026
  • March 2025
  • February 2025
  • August 2023
  • April 2023
  • January 2023
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2021
  • June 2021
  • March 2021
  • February 2021
  • January 2021
  • December 2020
  • November 2020

Copyright © 2026 | WordPress Theme by MH Themes