Balaqqama Yeroo Imalaa (Motion Sickness)
Balaqqamni yeroo imalaa deemsa konkolataan, baaburaan, xiyyaraan, doonii fi kkf goonu hunda irratti mul’achu kan danda’u ta’ee imala san xumurre yeroo xiqqoon booda kan dhaabbatudha. [Read More]
Balaqqamni yeroo imalaa deemsa konkolataan, baaburaan, xiyyaraan, doonii fi kkf goonu hunda irratti mul’achu kan danda’u ta’ee imala san xumurre yeroo xiqqoon booda kan dhaabbatudha. [Read More]
Daa’mmaan reefu dhalatan harma haadhaa qofa ji’a jahaaf, akkasumas nyaata dabalataa waliin waggaa lamaa oliif hoosisuun, fayidaalee hedduu qaba. Harma horsiisuun daa’immaniif qofa osoo hin [Read More]
Rifeensi agarsiiftu bareedina keessaa isa tokko, keessattuu dubartootaf bareedina addaa qaba. Guyyaa guyyaan rifeensi lakkoofsan 50–100 ta’u nama tokko irraa ni buqqa’a, garuu haarawan bakka [Read More]
Namoota tokko tokko irratti dafqi qaamaa, keessattuu kan bobaa Jalaa, ni baay’ata. Dafqi baay’atu kun ammoo qaamni keenya foolii badaa akka qabaatuuf sababa ta’uu mala. [Read More]
Hammi isaan barbaadaniifi dhabanii turuu danda’an/dandamatan garagara ta’ullee, qaamoleen keenya dalagaa isaanii hojjachuuf ‘Glucose (fi wantoota dalagaa qaamaaf barbaachisan)’ fi ‘Oxygen’ barbaadu. Gulukoosiif oksijiinii ammoo [Read More]
Miirri agartuu ija lachuu gara sammuutti ergama. “Iji ni ilaala, sammuun ni arga” akkuma jedhamu, wanta iji ilaalu tokko kan hiika itti kennuu fi wanti [Read More]
Kunuunsi daa’imaaf godhamu gadaameessa haadhaa keessaa kaasee akka eegaluu meeqa keenyatuu beeka? Daa’ima fayyaa qabeessa argachuufis ta’ee fayyaa haadhattif kunuunsi yeroo ulfaa godhamu baay’ee murteessadha. [Read More]
Hirriibni salphaadhumatti, waantoota dhalti namaa lubbuun jiraachuuf barbaadu ta’ee, addatti amma kan kaasuun barbaachiseef ammoo, dandeettii dhukkuba of irraa dhorkuu qaamaa ykn maadiinummaa (immunity) waliin [Read More]
Dhawaataan Dadhabuu Kalee/ Dhukkuba Kalee Yeroo Dheeraa (Chronic Kidney Disease) Kaleen wantoonta qaamaaf hin barbaachifne ykn hammii isaani hanga qaamaan barbaadamuu ol ta’an dhiiga keessaa [Read More]
Dhungoo/kissing booda Iccitii saayinsaawaa maaltu jira? Yeroo namoonni wal jaallatan lama wal dhungatan kemikaaloonniifi hormoononni madda gammachuu tahan hedduun gadi-dhiifamu. kannee keessaa Dooppaamiiniin (dopamine) tokkoofi [Read More]
Copyright © 2024 | WordPress Theme by MH Themes