Bubuqqa’uu Rifeensaa (Rambut rontok)
Rifeensi agarsiiftu bareedina keessaa isa tokko, keessattuu dubartootaf bareedina addaa qaba. Guyyaa guyyaan rifeensi lakkoofsan 50–100 ta’u nama tokko irraa ni buqqa’a, garuu haarawan bakka [Read More]

Namoota tokko tokko irratti dafqi qaamaa, keessattuu kan bobaa Jalaa, ni baay’ata. Dafqi baay’atu kun ammoo qaamni keenya foolii badaa akka qabaatuuf sababa ta’uu mala. [Read More]
Hammi isaan barbaadaniifi dhabanii turuu danda’an/dandamatan garagara ta’ullee, qaamoleen keenya dalagaa isaanii hojjachuuf ‘Glucose (fi wantoota dalagaa qaamaaf barbaachisan)’ fi ‘Oxygen’ barbaadu. Gulukoosiif oksijiinii ammoo [Read More]
Miirri agartuu ija lachuu gara sammuutti ergama. “Iji ni ilaala, sammuun ni arga” akkuma jedhamu, wanta iji ilaalu tokko kan hiika itti kennuu fi wanti [Read More]
Kunuunsi daa’imaaf godhamu gadaameessa haadhaa keessaa kaasee akka eegaluu meeqa keenyatuu beeka? Daa’ima fayyaa qabeessa argachuufis ta’ee fayyaa haadhattif kunuunsi yeroo ulfaa godhamu baay’ee murteessadha. [Read More]
Copyright © 2024 | WordPress Theme by MH Themes