Dhukkubbii Dugdaa (Sakit punggung)
Dhukkubbiin dugdaa beekkamaa fi rakkoolee namoota hedduuti. Dhukkubbiin kun namoota umrii kamuu keessa jiran muudatus, Garuu namoota umriin deeman irratti ni baay’ata (akkuma umriin dabalaa [Read More]
Dhukkubbiin dugdaa beekkamaa fi rakkoolee namoota hedduuti. Dhukkubbiin kun namoota umrii kamuu keessa jiran muudatus, Garuu namoota umriin deeman irratti ni baay’ata (akkuma umriin dabalaa [Read More]
Irgi tishuuwwan (qaamota) lallaafoo (delicate tissues) ka ilkaan utubu keessaa isa tokko. Wantoonni xooxeffamuu ykn kulkulfannaa (inflammation) irgaa fidan kan asii gadiiti. Mallattoolee isaa Furmaata [Read More]
Funuunni rakkoo beekama fi namoota baayyee irratti yoo xiqqaate jireenya isaa keessatti altokko ni muudata. Funuunni kan uumaamu yommuu hiddi/ Ujummoleen dhiigaa keessoo funyaanii marsanii [Read More]
Dhukkubbiin garaa ykn gadameessaa yeroo marsaan laguu dubartootatti dhufu baayyee beekamaadha. Dubartoota baayyeetu dhibee kanan hubamaa. Yeroo marsaan laguu dhufu dhukkubbi xiqqoon inuma jiraataa. Haa [Read More]
1. EGGANNOO QAAMAA- Yoo qeensa qoratan of eeggannoo guddaadhaan akka of hin murretti qeensa gadi hambisuun qorachuu, Yoo kophee godhatan kophee baballaa ykn kan duraan [Read More]
Sigaaraa aarsuun qaamoota (Orgaanota) keenya hunda miidhuu danda’a. Dhukkuba garagaraatiifis nama saaxila. Walumaa galatti sigaaraa aarsuun fayyaa keenya irratti miidhaa guddaa fida. Aarsuu dhabuun dhukkuboota [Read More]
Copyright © 2024 | WordPress Theme by MH Themes