Ija Dadhabaa (Mata Malas) atau (Amblyopia)
Miirri agartuu ija lachuu gara sammuutti ergama. “Iji ni ilaala, sammuun ni arga” akkuma jedhamu, wanta iji ilaalu tokko kan hiika itti kennuu fi wanti [Read More]
Miirri agartuu ija lachuu gara sammuutti ergama. “Iji ni ilaala, sammuun ni arga” akkuma jedhamu, wanta iji ilaalu tokko kan hiika itti kennuu fi wanti [Read More]
Kunuunsi daa’imaaf godhamu gadaameessa haadhaa keessaa kaasee akka eegaluu meeqa keenyatuu beeka? Daa’ima fayyaa qabeessa argachuufis ta’ee fayyaa haadhattif kunuunsi yeroo ulfaa godhamu baay’ee murteessadha. [Read More]
Hirriibni salphaadhumatti, waantoota dhalti namaa lubbuun jiraachuuf barbaadu ta’ee, addatti amma kan kaasuun barbaachiseef ammoo, dandeettii dhukkuba of irraa dhorkuu qaamaa ykn maadiinummaa (immunity) waliin [Read More]
Dhawaataan Dadhabuu Kalee/ Dhukkuba Kalee Yeroo Dheeraa (Chronic Kidney Disease) Kaleen wantoonta qaamaaf hin barbaachifne ykn hammii isaani hanga qaamaan barbaadamuu ol ta’an dhiiga keessaa [Read More]
Dhungoo/kissing booda Iccitii saayinsaawaa maaltu jira? Yeroo namoonni wal jaallatan lama wal dhungatan kemikaaloonniifi hormoononni madda gammachuu tahan hedduun gadi-dhiifamu. kannee keessaa Dooppaamiiniin (dopamine) tokkoofi [Read More]
Ulfaatina Qaamaa garmalee (ijaarsa qaamaa seeraan alaa) hir’isuuf Berat Badan Berlebihan Istilah “berat badan berlebihan” mempunyai arti luas dan dapat mencakup berbagai situasi dengan kompleksitasnya [Read More]
1. Timaatimni tokkichi vitamin C haga guyyaa tokkotti nu barbaachisu keessaa 40% nuuf kennuu danda’a.2. Keemikaalli lycopene jedhamu kan halluu diimaa timaatimaaf kennu fayyummaa onnee [Read More]
‣ Ilkaan keessan yeroo kamiyyuu akka meeshaatti tasumaa hin fayyadamiinaa (fkn, Waa baqaqsuuf, qaruuraa banuuf, qeensa qubaa ittiin kutuuf fi kkf).‣ Rigaa (brush) ilkaanii jajjabaataa [Read More]
1. Dhiiga dhaabuu. Inni kun isa jalaqabaa yoo ta’u namni yeroo gabaabaa keessatti kan lubbuun darbu waan cabeef osoo hin taane bakka cabaa sanaa dhiigni [Read More]
– Dhalli namaa erga dhalatee ni guddata, ulfaatinaan, dheerinaan wantoota hundaan dabala deema. Akkasuma seelonni qaama keessaa yeroo yerootti du’aa, dhalataa, jijjiramaa fi bakka wal [Read More]
Copyright © 2024 | WordPress Theme by MH Themes